Dawit-Dessie_gaz_jhn_text_reg/09/10.txt

1 line
320 B
Plaintext
Raw Normal View History

\v 10 Isaanis 'Ijji kee akkamitti banameree' isaan jedhan. \v 11 Innis 'namni Iyyasuus jedhamu dhoqqee biyyee ijaa koo dibee' gara cuuphaa Saliihoomitti deemii dhiqadhu naan jedhe, anis deemeen dhiqadhe, argu nan danda'e' isaanin jedhe. \v 12 Isaanis isaan ' Inni eessaa jira' jedhaniin. Innis 'ani hin beeku 'jedheen.