2021-12-16 19:05:23 +00:00
|
|
|
\v 34 Namootni oomaanis deebisanii 'Nuseera irraa akka Masiihiin barabaraan jiraatuu dhageenyeerra, ati akkamiti: Ilmi Namaa Ol-ol jechuun qaba jechuu dandeessaree? Ilmi Namaa kunis eenyu dha?' jedhaniin. \v 35 Iyyasuusis akkana isaaniin jedhe 'ammallee ifti yeroo gabaabaaf isiin bira jira, kanaafuu akka dukkanni isin hin fudhanne, otoo ifa qabdanuu deddebi'aa. Namni inni dukkanaan deemu eessa akka deemu hin beeku. \v 36 ifaa akka taataniif, otoo ifa qabdanuu, ifankanatti amanaa. Iyyasuus eega waantoota kanneen dubbatee booda achii deeme, isaan jalaas dhokate.
|