Dawit-Dessie_gaz_jhn_text_reg/14/01.txt

1 line
358 B
Plaintext
Raw Permalink Normal View History

\c 14 \v 1 keessan hin raafamiin Waaqayyootti amanaa, anaattiis amanaa. \v 2 Abbaa kootii keessa kutaan jireenya baay'eetuu jira, otoobakkana ta'uu baatee ani isinittin hima ture ani bakka isiinif qopheessuuf achin dhaqa. \v 3 Anis yoodhan achi deemee bakka isiniif qopheessa, akka isinis bakka ani jiraadhu jiraataniif deebi'ee dhufuun ofitti isin fudhadha.